Afaan Ingiliish
Appearance
Afaan Ingiliish (Afaan Ingiliffaa) | |
---|---|
Kan dubbatamu: | UK fi Addunyaa mara |
Naannoo: | Addunyaa mara |
Dubbattoota: | UK fi addunya mara |
Sadarkaa: | Idil-addunyaa |
Qooddama: | |
Haala Ofiseelummaa | |
Afaan ofiseelaa: | |
Kan too'atu: | |
Koodii | |
ISO 639-1 | en |
ISO 639-2 | eng |
Kanas ilaali: – Afaan |
Afaan Ingiliish afaan Dhiha Jermanik kan yeroo duraaf giddugala Ingilaand duri dubbatamaa dhawataan afaan waligaltee idil-addunyaa ta'eedha. Yeroo ammaa biyyoota akka UK, USA, Awustireliyaa fi hedduu keessatti dubbatama.